Mojootti boombiiwwan 51 to’ataman

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)-Magaalaa Mojootti boombiiwwan 51 shakkamtoota afur waliin to’atamuun eerame.

Boobichi kan to’atame guyyaa har’a gara barii sa’aatii 11:00 hordoffii taasifameen ta’uun ibsameera.

Haaluma kanaan boombiiwwan 51 fi boombichaa kanneen daddabarsaa turan shakkamtoonni afur to’atamuu maddeen nageenyaa ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment