MMI Dooktar Abiy Piroojektii Loogoo Hayiq daawwatan

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sagantaa Piroojektii Maaddii dhalootaan misoomaa jiru ‘Loogoo Hayiq’ daawwataniiru.

Piroojektichi Walloo fi naannawaa ishee bakka hawwata tuurizimii ni taasisa jedhameera.

Dooktar Abiy erga fuula miidiya hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Piroojektichi namoota hedduuf carraa hojii kan uumee fi yeroo qabameef keesaatti akka xumuramuuf ni hojjetama jedhan.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment