MMBBU balaa Sigiga lafaa Goofaan miidhaa qaqqabeen gadda itti dhaga’ame ibse

Finfinnee, Adoolessa 16, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuu namootaa darbeef gaddi itti dhaga’amuu ibseera.

Manni maricha ibsa baaseen ,maatiiwwanii fi firottan balichaan lubbuun darbeef jajjabina hawweera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment