MMBBU muudama Miseensota Boordii Qorannoo Labsii Yeroo Ariifachiisaa raggaasise

Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Manni Mare abakka bu’oota ummataa walga’ii ariifachiisaa 1ffaa bara hojii 2ffaa har’a gaggeesseen muudama Miseensotaa Boordii Qorannoo Labsii Yeroo Ariifachiisaa raggaasiseera.

Haaluma kanaan Miseensota Boordii qorannoo Labsii yeroo Ariifachiisaa:

1. Azmaraawu Andeemoo-Walitti Qabaa
2. Dooktar Najaat Girmaa-Ittaanaa Walitti Qabaa
3. Obbo Saadiiq Adam-Miseensaa
4. Obbo MAsfiin Irkaabee-Miseensa
5. Dooktar Abrahaam Bartaa-Miseensa
6. Aadde Fireehiiwoot Tashoomaa-Miseensa
7. Obbo Wandimmuu Gizaawu-Miseensaa;

Taasisuun kan muudaman yoo ta’u, miseensotaa mana marichaa fuuldurattis waadaa galaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment