MM FDRI Dooktar Abiya Ahimad Bahaar Daar galan

Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ganama kana magaalaa Bahaar Daar galan.
 
Dooktar Abiy wayita buufata xiyyaaraa magaalaa Bahaar Daar ga’an Preezdaantii naannoo Amaaraa obbo Tamasgeen Xirunaahi dabalatee hoggantoonni olaanoon naannicha simannaa taasisaaniifiru.
 
Dooktar Abiy sagantaa cufiinsa Ashaaraa magaariisa bara kanaa magaalaa Bahaar Daaritti gaggeeffamurratti ni hirmaatu jedhamee eeggama.
 
Maddi:-TOI
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment