MM FDRI Dooktar Abiy yakkamtoota waliin maqaa araaraan marii hin teenyu jedhan

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahmad yakkamtoota waliin maqaa araaraan marii hin teenyu jedhan.
 
Dooktar Abiy qaamolee yakkamtootaa maqaa araaraatiin taa’anii walmarii’achuun olaantummaa seeraa jalaa ba’uun hin danda’amu jedhan.
 
Kaayyoon oppireeshinii gaggeeffamaa jiruu namoota dhuunfaa fi gareewwan badii garmalee daangaa darbanii turan, adabbii barbaachisu utuu hin argatiin akkaataa seerota biyya keenyaatiin akka itti gaafataman taasisuudhan Fuula Feesbuukii isaaniin.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment