MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad Maanguddoota, warreen daandirra jiraatanii fi qaama miidhamtootaf affeerraa laaqanaa taasiisan

Finfinnee, Fulbaana 1, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad maanguddoota, warreen daandirra jiraatanii fi qaama miidhamtootaf affeerraa laaqanaa taasiisan.
 
Bara haaraa sababeeffachuun affeerraa laaqanaa godhamerratti Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachaw affeerramtoota kanneen keessummeessaniiru.
 
Affeerraa Paarkii Addabaabayii Michummaa Shaggar kana irratti Maanguddoonni, daandirra warreen jiraatanii fi qaama miidhamtoonni 500 argamaniiru.
 
Alaazar Taaddaletu gabaase
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment