MM FDRI Abiy Ahimad weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf lammiileef waamicha dhiyeessan

Finfinnee, Eebila 7, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf lammiileen hundi qindoominaan socho’uu akka qabaman waamicha dhiyeessan.

Ityoophiyaanoonnii fi lammiileen biyya alaa Ityoophiyaa keessa jiraatan hundi guyyaatti maatii sooranni tokko isaan barbaachisuuf kan qaban irraa akka qoodaaniif waamicha dhiyeessaniiru.

Dabalataanis namoonni hojii kalaqaarratti bobba’anii argaman rakkoo amma muudatee fi gara fuula duraatti mudachuu danda’u adda baasuun galtee harka isaanii jiru fayyadamuun furmaata kalaqaan deeggarame akka dhiyeessan gaafataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment