MM FDRI Abiy Ahimad dhiifama gaafatan

Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad sagantaa galii walitti qabuu Paartii Badhaadhinaarratti dubbii godhaniin qaamoolee mufatan dhiifama gaafatan.
 
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad saganticharratti dubbii godhaniin hayyoonni mufachuu isaanii ibsuun, haala dubbii isaaniin qaamoolee mufatan hunda dhiifama gaafataniiru.
 
Dhimmichi waan bu’aa barnootaa waliin walqabatu malee qaamoolee beekkumsa fi ogummaa isaaniin biyya tajaajilaa jiran kan hin ilaallanne ta’uu ibsaniiru.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment