MM Dr. Abiy jila Ministira Dhimmoota Kaabinee Sudaan Ambaasaadar Umar Baahir Maaneesin durfamu simatan

Finfinnee, Caamsaa 8, 2012 (FBC) –Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad jila Ministira Dhimmoota Kaabinee Sudaan Ambaasaadar Umar Baahir Maaneesin durfamu simataniiru.

Hidha Haaromsaa Ityoophiyaa, daangaa daangessuu, hariiroo diinagdee Ityoo- Sudaan cimsuu, weerara COVID-19 waliin ittisuu dabalatee dhimmoota garagaraa irratti mari’ataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment