MM Dr Abiy jaarsolii, daa’immanii fi qaama miidhamtoota waliin ayyaana kabajan

Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad jaarsolii, daa’immanii fi qaama miidhamtoota waliin Paarkii Tokkummaatti ayyaana Qiillee kabajan.

Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad har’a ganama Paarkii Tokkummaatti ayyaana dhaloota Yasuus Kiristoos jaarsolii, daa’immanii fi qaama miidhamtoota waliin kabajaniiru.

Qabeenyi muul’atu qofti sooressa nama hin taasisu, badhaadhinni kennuu fi qooduu dabalata jedhaniiru Dooktar Abiy.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment