MM Dr Abiy, dureewwaniif affeerraa irbaata kabajaa taasisan

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad dureewwaniif affeerraa irbaata kabajaa taasisan.
 
Affeerraa irbaataa kanarratti hoggantoonni biyyootaa, dhaabbilee fi bakka buutota addaddaa yaa’ii dureewwan Gamtaa Afrikaa 33ffaarratti hirmaachaa jiran argamaniiru.
 
Affeerraan irbaataa kunis Paarkii Tokkummaatti gaggeeffameera.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment