MM Dr. Abiy Booriis Joonseen kutaa wal’aansaa cimaa keessaa bahuu isaanitti gammaduu ibsa

Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Muummeen Ministira Uk, Booriis Joonseen kutaa wal’aansaa cimaa keessaa bahuu isaanitti gammaduu ibsa.

Dooktar Abiy Booriis Joonseen kutaa wal’aansaa cimaa keessaa bahuu isaanii fi fayyaan isaanii wayyaa’aa deemuu isaattii akka gammadaan fuula Feesbuukii isaanii ibsaniiru.

Dafanii akka bayyanataniis hawwaniirufi.

Comments (0)
Add Comment