MM Dr Abiy biifaa keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii Hawaasaatti taasifameef galateeffatan

Finfinnee, Eebila 12, 2012 (FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad biifaa keemikaala farra ilbiisota dhibee qaqqabsiisanii Paarkiin Indaastirii Hawaasaa torbee torbeedhan magaalaa Hawaasaatti taasisaa jiruuf galateeffatan.

Paarkichatti kutaan ittisa balaa abiddaa biificha torbee torbeedhan hojjechaa jira.

Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadis biifaa taasifameef galateeffataniiru.

Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf tumsa qaamoleen addaddaa taasisaniif Dooktar Abiy galateeffataniiru.

Biifaa keemikaalaa magaalaa Hawaasaa kanaaf bulchiinsi magaalaa Hawaasaa, bulchiinsi naannichaa fi paarkichi tumsaan hojjechaa jiru.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment