MM Dr.Abiy Ahimad warri Paarkii Shaggaritti, Addabaabayiin Hiriyyummaa, xumurrii fi eebbisaa akka milkaa’u gootan hundi galatoomaa jedhan

Finfinnee, Qaammee 5, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad warri Paarkii Shaggaritti, Addabaabayiin Hiriyyummaa, xumurrii fi eebbisaa akka milkaa’u gootan hundi galatoomaa jedhan.
 
Dooktar Abiy Ahimad warri Paarkii Shaggaritti, Addabaabayiin Hiriyyummaa, xumurrii fi eebbisaa akka milkaa’u gootan hundi galatoomaa. Hojiin keessan mallattooo ta’e, ashaaraa dhalootaa ta’ee jitaataas jedhaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment