MM Dr Abiy Ahimad Ofisaroota jeneraalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’atan

Finfinnee,Waxabajjii 14, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ofisaroota jeneraalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin mari’atan.

Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ofisaroota jeneraalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa waliin tarsiimoo ittasaa haaraa fi ijaarsa dhaabbataa irratti marii bu’a qabeessa goochuu ragaan toora fuula Feesbuukii isaanirra argame ni muldhisa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment