MM Dr. Abiy Ahimad daawwannaaf Ityoophiyaa kan dhufan Preezdaanti Isaayyas Afawarqii har’a simadheera jedhan

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojii guyyaa sadiif Ityoophiyaa kan dhufan obboleessakoo Preezdaanti Isaayyas Afawarqii har’a simadheera jedhan.

Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad aawwannaa hojii guyyaa sadiif walittidhufeenya biyyoota lamaeenii caalumattii cimsuuf kaayyeffatee gara Ityoophiyaa kan dhufan obboleessakoo Preezdaanti Isaayyas Afawarqii har’a simadheera jedhaniiru.

Godina Jimmaa Aanaa Gommaatti bakka biqiltuun gosa bunaa diqaalomsame kilaasteriidhaan itti oomishamuu fi bu’aa gaarii argamsiisuurratti argamu waliin daawwachuu isaani ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment