MM Dr.Abiy Ahimad biyya tajaajiluun, kan jalqaban xumuraa, toora karoorfataniin kanbiraa milkeessuuf adeemuu gaafata jedhan

Finfinnee, Sadaasa 22, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad biyya tajaajiluun, kan jalqaban xumuraa, toora karoorfataniin kanbiraa milkeessuuf adeemuu gaafata jedhan.

Seenaan dinqisiisaa Ityoophiyaa akka nutti argisiisutti, haalli rakkisaan hammamii uumamullee biyyi guddoon kun injifannoodhaan itti ni fuftis jedhaniiru.

Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa magaalaa Finfinneetti bakkee garagaraa biqiltuu bishaan obsaaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment