MM Dooktar Abiy Pireezidaantii Baankii ‘New Development’ waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii ‘New Development’ biyyoota miseensota BRICS Diilmaa Ruuseef waliin mari’atan.

Dooktar Abiy Ahimad pireezidaantii baankichaa waliin kan mari’atan Fooramii 3ffaa “Belt And Road” Chaayinaatti gaggeeffamaa jiruun cinaatti ta’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment