MM Dooktar Abiy Ministira Dhimma Alaa Ruwaandaa waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 5 ,2015 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Ruwaandaa Viinsit Biruutaa waliin mari’taniiru.

Hariiroon dippiloomaasii biyyoota lameenii bara 1970 kan eegalee fi hariiroo waggoottan dheeraa lakkoofsisee ta’uun tumsii waloo umamuu ibsameera.

Waggoottan kanneen keessatti waliigalteen tumsaa dameelee garaagaraan mallatteeffamuun eerameera.

Marii isaanii boodaas Paarkii Tokkummaa keessatti biqiiltu dhaabuu isaanii ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment