Finfinnee, hagayya 24, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Doktar Abiy Ahimad Hoji Gaggeessitootaa Konfedereshinii Waldaalee hojjettootaa Itiyoophiyaa waliin mari’ataniiru.
Mariin isaaniis hariiroo hojii gaarii uumuurratti kan xiyyeeffate ta’uu ragaan Waajira Muummee Ministiraarra argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuuk:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.