MM Dooktar Abiy hojjettoota pirojektoota Waajjirichaaf ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Masqalaa fi Mawulidaa sababeeffachuun sagantaa laaqanaa hojjettoota pirojektoota Waajjirri Muummee Ministiraa hojjechiisuu fi hordofu hojjetaniif qophaa’eerratti argamuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment