MM Dooktar Abiy hawaasni dhiigaa arjoomuun lubbuu akka baraaruuf waamicha dhiyeessan

Finfinnee, Eebila 14, 2012 (FBC)- Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiyyi Ahimadii fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachew guyyaa har’aa dhiigaa arjooman.

Dooktar Abiy balaa COVID- 19 keessa taanee namoonni dhibeewwaan garaagaraan rakkataa jiran dhiigni waan isaan barbaachisuuf dhiigaa arjoomuun lubbuu yaa baraarruu jedhaniiru.

Dhiigaa kennuudhaan lubbuu baraaraa, waliin taanee gufuu kamiyyuu ni moona jedhaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment