MM Dooktar Abiy Daayrektara IMF waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii Xaaliyaanii-Afrikaa cinaatti Daayrektara Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa (IMF) Kiristaaliinaa Joorjiyeevaa waliin mari’ataniiru.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad yaa’ii Xaaliyaanii Afrikaa Roomitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment