MM Dooktar Abiy Asmaraa galan

Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad magaalaa guddittii Eeritraa Asmaraa daawwannaaf galan.

Preezdaantiin Eeritraa Isaayyaas Afawarqii simannaa taasisaniifiru.

Daawwannaa isaaniin Preezdaantii Eeritraa Isaayyaas Afawarqii fi Preezdaantii Soomaaliyaa Mohaamad Abdullaahii waliin dhimoota sadee irratti ni maria’atu jedhamee kan eeggamu ta’uu ragaan Waajjira Muummee Ministeeraa FDRI argame ni agarsiisa.

 

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment