Finfinnee, Hagayya 1, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Mayaardiitin waliin mari’ataniiru.
Walga’ii Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeessaniin dureewwan lameen dhimmoota gam-lameenii, daldalaa fi ijaarsa b’uuraalee misoomaarratti mari’ataniiru.
Kana malees, dhimmoota nageenya naannawaa irratti mari’achuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.
Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir daawwaanaa hojiif guyyaa har’aa Finfinnee galaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.