MM Dooktar Abiy Ahimad Miseensaa Koree Giddugaleessaa Paartii Komunistii Chaayinaa waliin mari’atan

Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Miseensa Koree Giddugaleessaa Paartii Komunistii Chaayinaa Waangi Yii waliin mari’ataniiru.

Dooktar Abiy, gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin Waangi yii waliin mari’achuu eeranii, ergaan Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpingi irraa ergames karaa isaaniin qaqqabuunii ibsaniiru.

Ityoophiyaan walta’iinsa tarsiimawaa Chaayinaa waliin qabdu daran cimsuuf kan hojjettu ta’uu Dooktar Abiy himaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment