Finfinnee, Fulbaana 19, 2016 (FBC)– Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Jimmaatti hojiilee misoomaa garaagaraa hojjetamaa jiran daawwataniiru.
Haaluma kanaan Misooma bunaa, bu’aalee Maaddii Guutuu, oomishtummaa Avokaadoo, misoomaa Ruuzii fi Qamadii daawwachuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.