MM Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota Waldaa Barsiisoota Itiyoophiyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota Waldaa Barsiisoota Itiyoophiyaa waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota Barnootaa, barsiisootaa fi haala waqtaawaa biyyaalessaarratti mari’achuu ragaan waajjira Muummee Ministirarraa argame ni mul’isa.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment