Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Uummattoota Kibbaa Lixaa Itiyoophiyaatti Godina Beenchii Shakkoo daawwataniiru.
Qaama maaddii biyyaa kan ta’e Ijaarsa Loojii Haroo fi Fincaa’aa Danbiif dhagaa bu’uuraa kaa’aniiru.
#Oromia # Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.