MM Abiy Ahimadii fi Zinnaash Taayyaaachoon daawwannaa hojiif Aljeeriyaa galan

Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii duree Zinnaash Taayyaaachoon daawwannaa hojiif Aljeeriyaa magaalaa Aljeersi galaniiru.

Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu kun wayita magaalaa Aljeersi ga’u Muummee Ministiraa Aljeeriyaa Ayiman Been Abdiraahimaaneen simannaan taasiifameefira.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment