MM Abiy Ahimad Turkii fi Sooriyaatti balaa kirkira lafaa ga’een lubbuun darbuutti gadda itti dhagaa’ame ibsan

Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Turkii fi Sooriyaatti balaa kirkira lafaa ga’een lubbuun namootaa darbuutti gadda itti dhaga’ame ibsan.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsa baasaniin miidhaa ga’een gadduu ibsaniiru.

Balaa uumama kanaan kanneen midhaamaniif jajjabina hawwaniiru.

Turkii Kibbaa fi Sooriyaa Kaabaatti kirkira lafaa mudateen lubbuun namoota kuma 4 fi 300 ol darbeera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment