MM Abiy Ahimad tattaaffii lammiileen Ityoophiyaa dhugaa Ityoophiyaa addunyaatti himuuf taasiisan dinqisiifatan

Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad tattaaffii lammiileen Ityoophiyaa dhugaa Ityoophiyaa addunyaatti himuuf taasiisan dinqisiifataniiru.

‘’ Lammiileen Ityophiyaa dhugaa Ityophiyaanootaa Addunyaatti himuuf tattaaffiin gootan kan diinqisifamu’’ jedhan Fuula Tiwiitarii isaaniin.

Tattaaffiin Lammileen Ityoophiyaa biyyaa keessaa fi diyaaspoorawwan biyyoota alaa jiraatan dhugaa Ityophiyaanootaa Addunyaatti himuuf taasiisan kan diinqisifamu ta’uu ibsaniiru.

Ummanni Ityoophiyaa sodaa birmadummaa humnoota alaa fi keessaa isa muudate tokkummaan ni ijifatu jechuun ibsaniiru.

Akka ijoollee Adwaatti Ityoophiyaa murannoon gara fuulduraatti ni tarkaanfachiifna jedhan.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment