Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Kuwaataar Dohaatti Sheek Hamaad Ibiin Kaliifaa Altaanii waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Dhimmoota hariiroo waloo fi naannawaarratti mari’achuu isaanii fuula feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Ityoophiyaa keessa abbootii Qabeenyaa Kuwaataariif carraan Invastimantii hedduun jiraachuu kaasaniiru.
#PMAbiyDoha #LDC5 #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dab’u kanneen beealataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.