MM Abiy Ahimad Preezdaantota biyyoota garaagaraa waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Preezdaantota Jibuutii, Zaambiyaa, Somaaliyaa akkasumas Ittaanaa Barreessaa DhMG waliin mari’ataniiru.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Preezdaantii Jibuutii Ismaa’eel Uhar Giilee, Preezdaantii Zaambiyaa Haakaayindee Yiichileemaa, Preezdaantii Soomaaliyaa Mahaammad Farmaajoo akkasumas Ittaantuu Barreessaa DhMG Amiinaa Mahaammad waliin kan mari’atan.

Muummeen Ministiraa Maricha kan taasisan yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiru cinaatti.

Marii isaaniitiin dhimmoota gam-lamee, naannawaa, ardiichaa fi idil addunyaarratti ta’uu ibsameera.

Maddi:- TOI

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment