MM Abiy Ahimad Preezdaantiin Turkii dhibee isaan muudaterraa saffisaan akka dandamatan hawwii gaarii qaban hawwan

Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantiin Turkii Reesiip Xaayib Eerdoohaan dhibee isaan muudaterraa saffisaan akka dandamatan hawwii gaarii qaban hawwaniiru.

Preezdaantiin Turkii Reesiip Xaayib Eerdoohaanii fi haati warraa isaanii vaayraasii koroonaan qabamuun yaallamaa jiraachuun kan yaadatamuudha.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaant Turkii Reesiip Xaayib Eerdoohaanii fi Giiftii dureen Iimiinii Eerdohaan saffisaan akka dandamatan hawwii gaarii qaban fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment