Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal Ityoophiyaa dhufuu isaanitti gammaduu ibsaniiru.
Obboleessa koo Preezdaant Maakii Saal baga nagaan gara Ityoophiyaa dhufte jechuun ibsan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fuula Feesbuukii isaaniin.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.