Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataa waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin dhimmoota nageenyaa gamlamee fi dhimmoota naannawaarratti mari’achuu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaanii dabarsaniin ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.