MM Abiy Ahimad Preezdaant Uhuuruu Keeniyaataa fi Maakii Saal waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaa fi kan Seeneegaal Maakii Saal waliin dhimmoota waloo garaagaraarrati  mari’ataniiru.

Ityoophiyaan nageenya mirkaneessuuf hojii hojjechaa jirturratti marii taasiisuu isaanii ibsameera.
Akkasumas duraa ta’aa yeroo Gamtaa Afrikaa fi Preezdaantii Seeneegaal Maakii Saal waliin dhimmoota hariiroo waloorratti mari’ataniiru.

Preezdaantoota kanneen waliin dhimmoota waloorratti tumsa qaban cimsuuf ejjennoon qabaachuu isaanii Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin eeraniiru.

Ityoophiyaa :-  Haa Misoomsinu,  Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment