MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Dooktar Akiiniwumii Adisiinaa waliin mari’ataniiru.

Baankichi oomishaa damee qonnaa, keessattuu Oomishtummaa Qamadii fi oomishaalee ijoo biroo guddisuuf tattaaffii taasiifamuuf tumsi taasiisu murteessaa ta’uu marichaan ka’eera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment