Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Aljeeriyaa Abdal Majid Taabuun waliin mari’ataniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita Masaraa Mootummaa ga’an Pireezidaantii biyyattiin simatamaniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimadiifi Pireezidaantiin Aljeeriyaa Abdal Majid Taabuun dhimmoota hariiroo biyyoota lameeniirratti mari’achuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.