MM Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Isloovaaniyaa Jaaneez Jaansaa Waliin Mari’atan

Finfinnee,Gurraandhala 10, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa  Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Isloovaaniyaa Jaaneez Jaansaa Waliin Mari’atan.

Mariisaaniin michooma biyyoota lameenii waggoota dheeraaf ture haala cimsuun  danda’amurratti akkasumas dhimmoota tumsa teekinikaa fi diinagdeerratti mari’achuu ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin ibsaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment