Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad mootummaa fi uummata Chaayinaaf ergaa bara haaraa baga geessanii dabarsan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad bara haaraa Chaayinootaa ilaalchisee ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Yeroo rakkootti deeggarsa Chaayinaan Ityoophiyaaf taasifteef mootummaa fi uummani galata dhiyeessuu ibsaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa Qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.