MM Abiy Ahimad Ministira Ministeera Dhimma Alaafi Daldalaa Maaltaa waliin mari’atan

Finfinnee, Eebla 30, 2015(FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Ministeera Dhimma Alaa  Maaltaa Iyaan Boorg waliin mari’ataniiru.

Mariisaaniin, hariiroo daldalaafi invastimantiirratti mari’achuu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsaniiru.

Keessumaa damee tuurizimii guddisuuf haala Maaltaa waliin hojjechuu danda’anirratti mari’achuu kaasaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment