MM Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessaa 6, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan waliin mari’ataniiru.

Mariin isaaniis dhimmoota biyyaa keessaa, naannawaa fi gama lameenii irratti kan xiyyeeffate yoo ta’u, hariiroo Ityoophiyaa fi Ameerikaa gidduu jiru sadarkaa caalutti guddisuuf waliigalaniiru.

Ityoophiyaan waliigaltecharratti milkaa’inni galmeessaa jirtu fudhatama argateera.

Diinagdee, tattaaffii misoomaa, keessumaa, qonnaa fi tasgabbiin naannawaa xiyyeefannaa argachuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Guyyaa har’aa sagalee guutuun kan filataman

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment