Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad magaalaa Harar galaniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita magaalicha gahan hoggantoota olaanoo naannichaan simannaan taasifameefira.
Turtii isaaniin sagantaa Asharaa Magariisaa irratti ni hirmaatu jedhameetu eegama.
Alaazaar Taaddalaatu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.