Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)-Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Magaalaa Arbaa Minci galaniiru.
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli isaanii wayita Arbaa Mincii gahan, simannaan taasifameeraafi.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.