Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Dura Taa’aan Mana birmadummaa Mootummaa Ce’umsaa Sudaan Letanaan Jeneraal Abdulfattaahi Alburihaan waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Hoggantoonni lamaan Fooramii Xaanaa cinaatti dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti mari’ataniiru jedhame.
Alaazar Taaddalaatu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.