Finfinnee, Amajjii 26, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad yeroo jalqabaaf Koree Hojiirra Oolmaa Waliigaltee Nageenyaa waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin, hojiileen raawwii waliigaltichaa hanga ammaa gamaaggamamuufi dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan irratti kallattiin kaa’amuu ibsameera.
Qindeessitoonni korichaa yeroo jalqabaaf fuulaa fuulatti Muummee Ministiraa Abiy Ahimad waliin kan wal argan qaama piroojektii “Maaddii Biyyaaf” kan ta’e Halaalaa Keellaatti ta’uu ibsameera.
#Ityoophiyaa #AbiyAhimadAli
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.