Finfinnee,Gurraandhala 9, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Komishinara tumsa idil addunyaa Gamtaa Awurooppaa Yuuttaa Arpiilaaynaa waliin mari’ataniiru.
Komishinara tumsa idil addunyaa Gamtaa Awurooppaa Yuuttaa Arpiilaaynaa waliin wal arguun tattaaffii guddina Ityoophiyaaf taasiifamaa jirurratti mari’anneera jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
Adeemsa tumsa cimsuun danda’amurratti mari’achuu kaasaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.